Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyya alaa jiraataan ittisa vaayrasii koroonaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisan

Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyya alaa jiraataan ittisa vaayrasii koroonaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisan.

Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyyoota addunyaa garagaraa jiraataan ittisa vaayrasii koroonaaf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisan.

Deeggarsichi koree deeggarsa walitti qabduu biyyaalessaa jalatti kan hundaa’e qindeessaa koree deeggarsa walitti qabduu alaan kan walitti qabamee ta’uu ibsameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.