Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa Daalaas Teeksaas jiraatan lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Daalaas Teeksaas jiraatan lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif Doolaara Kuma dhibba 3 ol deeggarsa taasiisaniiru.

Diyaasboorawwan kunneen yeroo 2ffaaf deeggarsa Doolaara Kuma dhibba 3 fi kuma 5 taasiisuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Fitsum Araggaan jbsaniiru.

Ambaasaaddar Fitsum qaamoolee deeggarsa kana taasiisan hunda galateeffataniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.