Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 941 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 941 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.

Lammiileen gara biyyaa deebi’an kunneen hundisaanii dhiirota yoo ta’an 4 guddattoota ta’uu ibsameera.

Lammiilee kanneeniif deeggarsiifi kunuunsi barbaachisaan taasifamuufiin hojiin maatii isaaniitti makuu hojjetamaa jiraachuu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Sadaasa 12, 2015 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuu hojjetameen hanga ammaatti lammiileen kumni 17 fi 93 gara biyyaa deebi’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.