Lammiileen Ityoophiyaa 298 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 298 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka bu’aa daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan simatamuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.