Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1 fi 174 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 174 har’a balallii marsaa sadiin gara biyyaa deebi’aniiru.

Ebla 4, 2016 eegalee hanga ammaatti lammiileen kumni 32 fi 800 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.