Lammiileen Itiyoophiyaa karaa seeraan alaa godaanaa turan 65 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa karaa seeraan alaa godaanaa turan 65 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’uu Embaasiin Itiyoophiyaa Jibuutiitti argamu ibseera.
Embaasichi dhaabbata Godaantootaa Idil Addunyaa waliin ta’uun lammiilee kanneen balallii lamaan gara biyyaa akka deebi’an taasifamuu ragaan Jibuutiitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia