Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Itiyoophiyaa 817 gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) –lammiileen Itiyoophiyaa 817 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.

Deebitoonni hunduu dhiiroota yoo ta’an, kanneen keessaa 14 guddatoota umrii 18 gadii ta’uun ibsameera.

Ebla 4, 2016 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuu gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti lammiileen kumni 83 ol gara biyyaatti deebi’uun ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.