Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen haala rakkisaa keessa turan 44 gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa komishinii Immigireeshinii Taanzaaniyaa waliin ta’uun Godaantota Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa turan 44 gara biyyaa akka deebi’an taasiifamuu ibsameera.

Godaantoonni mana hidhaa turan kunneen har’a marsaa jalqabaan gara biyyaa akka deebi’an taasiifamuu Taanzaaniyaatti ragaan Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.