Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen 670 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisa keessa turan 670 gara biyyaatti deebi’aniiru.

Deebitootaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuun hojiin maatii isaaniin walquunnamsiisuu hojjetamaa jiraachuu ragaan Ministeeraa Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Ebla 4, 2016 eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuu gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti lammileen kuma 77 ol deebi’uun ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.