Lammiileen 306 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 306 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebia’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an qaamolee dhimmi ilaallatauun simatamuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.