Fana: At a Speed of Life!

Lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasifame

Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasifameera.

Dhaabbanni misoomaa fi deebisanii dhaabuu naannoo Amaaraa lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aniif deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 5tti tilmaamamuu taasiseera.

Deeggarsichi kan taasifame lammiilee buqqa’anii magaalaa Dabra Birhaaniitti argamaniif jedhameera.

Midhaan nyaata kuntaalli lama ammoo dhaabbata dhuunfa CRC jedhamuurra  taasifameera.

Haaluma wal fakkatuunis naannoo Gambeellaa lammiilee kanneeniif midhaan nyaata Birrii miiliyoona 4.5tti tilmaamamu taasiseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.