Fana: At a Speed of Life!

Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Awustaraaliyaa jiraatan hiriira ba’an

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Lammiilee fi dhalattoonni Ityoophiyaa Awustaraaliyaa jiraatan humnoota Ityoophiyaarratti dhiibbaa uumuuf yaalaan mormuun hiriira ba’aniiru.

Lammeen hiriiricharratti hirmaataan kunneen mootummaan Ityoophiyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuu fudhatee akka deeggaran ibsaniiru.

Humnoota dhibbaa alseerummaa Ityoophiyaarratti taasisuuf yaalan mormuun magaalaa Kaanbeeraatti hiriira ba’aniiru.

Odeeffannoo sobaa tamsaasuun hawaasa idil addunyaa dogogorsuuf qamooleen hojjetaan gochichaarra akka ofqusatan ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.