Fana: At a Speed of Life!

Lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan qabamanii gara kutaa wal’ansa cimaatti galanii dabalaa jiraachuun yaaddessaa ta’eera- Ministeera fayyaa

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) –Ministeera Fayyaatti Daayreekatarri Hariiroo Ummataa fi Kominikeeshinii Dooktar Taganee Raggaasaa guyyaa 2n darbanitti qofaa namoonni 615 kutaa wal’aansa cimaa keessatti deeggarsi yaalaa taasifamaa jiraachuufi himaniiru.
Kanarra kan darbe lubbuun namoota 29 sababa vaayrasichaa darbuu kaasaniiru.
Wayita ammaa tattamsa’inni vaayrasichaa dabalaa jirachuu ibsaniiru.
Dhaabbiilee yaalaa keessatti meeshaaleen afuuraa ittin baafatan wal’aanamtootaf dabareen kennamaa jiraachuu himaniiru.
Hawaasni ofeeggannoo barbaachisaa akka taasisu Dooktar Taganee Raggaasaa eeraniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.