Fana: At a Speed of Life!

Lakkoofsi bilbilaa miseensota garee finxaaleyyii ABUT yakkaan barbaaddaman qaamni arge eeruu itti laatu ifoome

Lakkoofsi bilbilaa miseensota garee finxaaleyyii ABUT yakkaan barbaaddaman qaamni arge eeruu itti laatu ifoome

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa Lakkoofsa bilbilaa iccitiin miseensota garee finxaaleyyii ABUT yakkaan barbaaddaman qaamni arge eeruu itti laatu ifoomseera.

Qaama bakka yakkamtoonni garee Juuntaa itti argaman eeruu laateef badhaasa Birrii miiliyoona 10 qopheessuu Raayyaa Ittisa Biyyaatti qajeelchi odeeffannoo hawaasaa beeksisuun isaa kan yaadatamuudha.

Eenyummaan namoota eeruu laatanii kan hin ibsamne ta’uu Raayyaan Ittisaa beeksiseera.

Haaluma kanaa hawaasni lakkoofsota bilbilaa 0964321635 Amaariffaaf, 0937973269 Tigriffaa fi Amaariffaaf iccitiin eeruu laachuu akka danda’u eereera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.