Fana: At a Speed of Life!

Lagni Abbay misoomaaf ooluuf harka kenne –Obbo Gadduu Aandaargaachaw

Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gaddaa Aandaargaachaw guutinsi bishaan Hidha Haaromsaa marsaan duraa xumuramuu isaaf ergaa baga gammadanii dabarsan.
 
Obbo Gadduun Lagni Abbay Lagas Haroos ta’e,kana booda lagummaa isaan ni dhangala’a, Haroon isaa ammoo misooma Ityoophiyaan barbaadduuf ooluuf harka kenneera jedhan.
 
Muummeen Ministiraa FDRI duraanii obbo Haayilamaariyaam Dassaaleenyis ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
 
Obbo Haayilamaariyaam guutinsi bishaan Hidhichaa yeroo gabaabaa keessatti akka xumuramu uummamni nu faane taateerti jedhan.
 
Bu’aa jajjabeessaa argame kanaaf qaamoolee hirmaannaa olaanaa taasisan galateeffataniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.