Fana: At a Speed of Life!

Labsii Taaksii dabalata qabeenyarratti mariin taasiifame

Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Labsii Taaksii dabalata qabeenya Mana Maree Bakka bu’oota ummaataan ragga’erratti dhaabbileen Faayinaansii marii taasisaniiru.

Labsicha hojiirra oolchuuf dhaabbileen Faayinaansii qophii barbaachisu taasiisuu eerameera.

Waltajjiin kun yaadama labsichaa sirnaan hubachuu fi dhimmoota ifa hin taanerratti hubannoo kennuuf akkasumas labsii kana hojiirra oolchuuf dhimmoota gufuu ta’uu malan adda baasuun furmaata kaa’uu ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi himaniiru.

Hojimaata walfakkaatuu hojiirra oolchuuf waltajjichi qooda qabaachuu Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Niguseen eeruu ragaan Ministeera Maallaqaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.