Fana: At a Speed of Life!

Laaloo Qileetti pirojektiin Bishaan dhugaatii eebbifame

Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) –Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Laaloo Qileetti pirojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 121 oliin ijaarame eebbisan.

Godinichatti Pirojektoonni 788 Birrii biiliyoona 11.2 oliin ijaaraman xumuramuun tajaajilaaf banaa ta’u Bulchaan Godina Qellem Wallaggaa Obbo Gammachuu Gurmeessaa himaniiru.

Oromiyaatti Pirojeektonni Bishaan dhugaatii kuma 899 ol Birrii biiliyoona 7 fi miiliyoona 515 oliin ijaaraman xumuramuu Hoogganaa Itti aanaan Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Injiinar Araarsaa Abdullaaxiif ibsuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Qellem Wallaggaarraa argame ni mul’isa.

Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.