Fana: At a Speed of Life!

Kuwaataritti invastimantii Ityoophiyaarratti kan xiyyeefate mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Kuwaataritti invastimantii Ityoophiyaarratti kan xiyyeefate mariin viidiyoo konfiraansiin gaggeeffamaa jira.
viidiyoo konfiraansiicha imbaasii Ityoophiyaa Dohaatti argamu dhaabbata gorsaa hojiiwwan biizinasii Koon jedhamu waliin qindoomuun kan qophaa’edha.
Marichi olaantummaan hariiroo daldalaa Ityoophiyaa fi Kuwaatarirratti kan xiyyeeffatedha.
Maricharratti hooggantoonni hojii olaanoo mootummaa, abbootii qabeenyaa Kuwaatar, hooggantoonni imbaasii fi keessummoonni waamichi taheefi hirmaataniiru.
Ityoophiyaan invastimantii hawwachuun biyyoota Afriikaa 10 keessaa1ffaa tahuu ragaan ni ifoomsa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.