Fana: At a Speed of Life!

Kutaan magaalichaa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 ol taasise

Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti  Kutaan magaalaa Qiirqoos Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 fi kuma dhibba 9 ol taasise.

Hoggantoonni kutaa magaalichaa naannoo Affaar adda waraanaa Cifraa naannoo Amaaraa adda waraanaa Wallootti argamuun miseensota Raayyaa Ittisa Biyaa fi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaniirraa buqqa’aniif deeggars akaakuu Birrii miiliyoona 15 fi kuma dhibba 9 olitti shallagamu taasisuu ragaan Waajjira Seekeretariyaat Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.