Fana: At a Speed of Life!

Kutaan magaalaa Araadaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 41 walitti qabe

Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Kutaan Magaalaa Araadaa guyyoota saddeet keessaatti raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 41 ol walitti qabu ibseera.

Hoji raawwachiisaa olaanaan kutaa magaalichaa obbo Abbawaay Yohaannis, hawaasni deeggarsa hundagaleessaa raayyaa ittisa biyya taasisuun himaniiru.

Kutaa magaalichattis guyyoota saddeet keessaa deeggarsoota garaagaraa Birrii miiliyoona 41 ol walitti qabamuu ibsameera.

Kanaan cinaattis hawaasni  tola oltoota naannichaa raayyaa ittisaaf gala qopheessaa jiraachuu ibsaniiru.

Maddi:-TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.