Kutaaleen hawaasaa naannolee garaagaraa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Kutaaleen hawaasa naannolee Sidaama, Kibbaa Lixaa, Kibba Itiyoophiyaa fi Giddugaleessa Itiyoophiyaarraa baba’an Yaadannoo Injifannoo Adwaaf daawwataniiru.
Injifannoon Adwaa Injifannoo waloo Itiyoophiyaanotaa hundaa ta’e, haala miidhagaa fi hundaa bakka bu’uun gurmaa’uutti gammachuun itti dhagaa’amuu daawwannicharratti ibsameera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.