Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalichaatti Duulli aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuu eegalame

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Duulli akka biyyaatti aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.

Sagantichi Paarkii Indaastirii Qilinxoo keessatti eegalameera.

Kutaa magaalichaatti har’a biqiltuuwwann kumni 500 ol ni dhaabbatu jedhame.

Saamu’eel Warqaayyootu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.