Kutaa Magaalaa Qirqoositti boombiin festaalaan haguugamee gatamee ture argame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Qirqoos aanaa 11 Mana Barumsaa Shimalliis Habtee iddoo jedhamuutti boombiin festaalaan haguugamee gatamee ture argamu ibsameera.
Boomibicha waliin manatsariin dirree waraanaa tokko korojoosaa waliin eeruu uummataatiin argamu ibsameera.
Boombichi miidhaa kamiiyyuu kan hin qaqqabsisnee ta’uu poolisiin ibseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.