Kutaa magaalaa Liddataatti Proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona 162 oliin ijaarraman eebbifaman
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kutaa magaalaa Liddataatti Proojektoota misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 62 oliin ijaarraman eebbisiisaniiru.
Aadde Adaanach kutaa magaalichaatti buufata Fayyaa, mana Barumsaa, giddu galoota Ispoortii dabalatee proojektoota ijaarsi isaanii xumurame 82 eebbisiisaniiru.
Jamaal Mahaammaditu gabaase.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.