Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Liddataatti gamoowwan baatii 2 keessatti hojjetaman eebbifaman

Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Kutaa magaalaa Liddataatti gamoowwan baatii 2 keessatti ijaarramanii xumuraman abbaa darbee 11 eebbisiisan.
Gamoowwan abbaa darbii 11 kanneen tola ooltoonni 952 qindoominaan hojjechuu isaanii Aadde Adaanachi ibsaniiru.
Bara haaraa kanattis hojiilee hedduu qindoominaan hojjechuuf qophiin xumuramuu kaasaniiru.
Bara haaraa kanatti qindoominaan hojjechuun milkaa’ina caalu galmeessuuf murannoon jiraachuu ibsaniiru.
Aadde Adaanach Kutaa magaalichaatti waliigala gamoowwan abbaa darbii 11 manneen jireenyaa 150 of keessatti hamate 3 dhaabbata dhiyeessa meeshaalee Ijaarsaa Ooviid jedhamuun hojjetaman har’a jiraattoota 165f dabarsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.