Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Liddataatti boombii dhooheen lubbuun namoota 3 darbe

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Liddataatti Boombiin Harkaa dhoo’uun lubbuun namoota 3 darbuu Komishiniin Poolisii magaalichaa beeksise.
Ganama har’aa naannoo sa’aatii 2:00tti kutaa magaalaa Liddataa aanaa 6 iddoo addaa Masjiida Silxee jedhamutti Boombiin qaama hin beekkamneen gatame dhoo’uun lubbuu namoota daandirra jiraatanii 3 galaafateera.
Namoota 5 irra ammoo miidhaa cimaa fi salphaa qaqqabsiisuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.