Fana: At a Speed of Life!

Kutaa Magaalaa Lidataatti Sirni agarsiisaafi walharkaa fuudhiinsa Aadaa gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataa, Aanaa 8titti sirni agarsiisaafi walharkaa fuudhiinsa Aadaa gaggeeffamuu ibsame.

Sirnichi bakka qaamoleen garaagaraa argamanitti bifa ho’aafi miidhagaa ta’een gaggeeffamuu eerameera.

Sagantaa agarsiisaafi walharkaa fuudhiinsa aadaa kanarratti ambaasaaddaroota aadaa hirmaannaa gaarii taasisaniif sirni beekkamtiifi badhaasni kennamuu ragaan Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.