Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Warshaan Daabboo guyyaan Daabboo kuma dhibba 1 oomishu tajaajila eegale

Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Warshaan Daabboo guyyaan Daabboo kuma dhibba 1 oomishu eebbifamuun tajaajila eegaleera.

Tajaajila tola ooltummaa qindeessuun piroojektoota namarratti xiyyeeffachuun hojjetamaa jiran keessaa Warshaan Daabboo kun isa tokko ta’uu ibsameera.

Yeroo itti aanuu humna Oomisha Warshichaa kuma dhibba 2’tti ol guddisuuf kan hojjetamu ta’uu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.