Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Addis Katamaatti shakkamtoonni lama sanadaa sobaa qopheessaa turan too’ataman

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Addis Katamaatti shakkamtoonni lama sanadaa sobaa qopheessaa turan too’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa finfinnee beeksise.
Poolisiin eeruu ummata irraa argateen hordofii taasiseen chaappaa waajjiira mootumaa fi dhuunfaa 8, raagaa bu’aa fooransiik poolisii federaala 2, raga mirkaneessa ga’umsaa barnootaa 8, raga barnoota kutaa 8ffaa 6 fi eeyyama daldalaa dabalatee sanadootni garagaraa too’atamuu Hoogannaa Garee Qorataa Yakkaa Qajeelcha Poolisii Kutaa Magaala Addis Katamaa Insipeekatar Katamaa Kennee ibsaniiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.