Fana: At a Speed of Life!

Kurmaana jalqabaatti suphaan daandii kiiloomeetiraa kuma 3 gaggeeffameera-Biiricha

Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaatti suphaan daandii kiiloomeetira kuma 3 gaggeeffamuu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa beeksise.

Hogganaa Ittaanaan Biirichaa Injiinar Taammanaa Taaddasaan akka eeranitti, hojiin suphaa daandichaa Birrii miiliyoona 393 fi kuma 741 oliin gaggeeffameera.

Bara 2016’tti Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 152 oliin daandii kiiloo meetira kuma 7 ol gaggeessuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuus ibsaniiru.

Yohaannis Darrioowutu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.