Fana: At a Speed of Life!

Kurmaana 1ffaa darbetti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.7tti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Kurmaana 1ffaa darbetti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.7tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.

Komishinii Gumrukaatti Daayrektarri Intalajansii Obbo Taganee Darrasaa meeshaalee Kontiroobaandii alaa galuu fi alatti ba’u to’achuuf tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhatamuu eeraniiru.

Kurmaana 1ffaa darbe kana keessa Baalli Samuu Adoochu,Qorichaalee,Oomishaaleen Qonnaa fi kanneen biroo Birrii biiliyoona 2.7tti tilmaamamu to’atamuu ibsaniiru.

Namoonni dhuunfaan dhimmicha waliin shakkaman 351 to’annoo jala ooluus kaasaniiru.

Maddi:-TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.