Fana: At a Speed of Life!

Korporeeshiniin Manneen Federaalaafi Ityoo- Telekoom dhimmoota walta’iinsaan hojjechuu danda’anirratti waliifgalan

Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Korporeeshiniin Manneen Federaalaafi Ityoo- Telekoom dhimmoota garaagaraa tumsaan waliin hojjechuu danda’anirratti waliifgaluu ibsame.

Akkaataa waliigaltichaan sochii riifoormii korporeeshinichi hojiimaata isaa diijitaalaayiz taasisuuf eegale Ityoo-Telekoom kan deeggaru ta’uu ibsameera.

Miseensonni Ityoo-Telekoom hojiilee jijjiiramaafi kuusaa odeeffannoo korporeeshinichaa daawwachuu ragaan korporeeshinicharraa argame ni mul’isa.

Waliigalticha yeroo gabaabaa keessatti hojiirra oolchuuf kallattiin kaa’amuu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.