Fana: At a Speed of Life!

Korporeeshinichi Oomishaalee Indaastirii Paarkiwwaaniin oomishanirra galii Doolaarri biiliyoonni 1.2 argachuu beeksiise

Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) – Baatiwwan shanan darban keessaa Oomishaalee Indaastirii Paarkiwwaaniin oomishanirra galii Doolaarri biiliyoonni 1.2 argachuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Indaastirii beeksiise.

Korporeeshinichi rakkoo damichaan jiru furuuf abbootii qabeenyaa fi qooda fudhattoota waliin fooramii gaggeesseera.

Rakkoolee abbootii qabeenyaa mudatan furuu fi kallattii gara fulduraa kaa’uuf fooramaniin kun qophaa’uu ibsameera.

Baatiwwan shanan darban oomishaalee Indaastirii Paarkiin oomishamanirraa galiin Doolaarri biiliyoonni1.2 argamuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeesshinii Misooma Paarkiwwan Indaastirii Obbo Akliluu Taaddasaan ibsaniiru.

Korporeeshinichi lammiilee kuma 80 oliif carraa hojii uumuu kaasaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.