Fana: At a Speed of Life!

Koreen Waldaa Fannoo Diimaa idil addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasisaa jiraachuu beeksise

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Koreen Waldaa Fannoo Diimaa idil addunyaa waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiyaa waliin ta’uun naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasisaa jiraachuu beeksiseera.
Hanga ammaattiis namoota kuma 5 fi 730 deeggarsa namoomaa qaqqabsiisu waldichi ibseera.
Deeggarsichaas Maqalee fi naannoo magaalichaatti qaqqabsiisu ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.