Fana: At a Speed of Life!

Koreen Teeknikaa FIFA Dirre Dhawaa gale

Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Koreen Teeknikaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa magaalaa Dirre Dhawaa galeera.

Korichi hojiin Haaromsaa fi uffisa marga Artifishaalee Istaadiyeemii Magaalaa Dirre Dhawaa xumuramuu hordofee gamaaggama ogummaa taasiisuuf magaalicha galuu eerameera.

Istaadiyeemichi ulaagaa FIFA kan guutu ta’uu isaa hojii mirkaneessuu kan hojjetu ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Bulchiinsa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.