Fana: At a Speed of Life!

Koreen Qindeessa Farra- Malaammaltummaa Biyyaalessaa hojiilee hanga ammaatti hojjete gamaaggame

Amajjii 3, 2015(FBC)- Koreen Qindeessa Farra- Malaammaltummaa Biyyaalessaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti hojiilee hanga ammaatti hojjete gamaaggameera.

Eeruuwwan yakka malaammaltummaa hedduun uummatarraa koricha qaqqabuu ibsameera.

Korichi eeruuwwan kunneen seeraan akka qulqulleeffaman taasisuun hanga ammaatti galmeewwan qorannoo 110 akka banaman taasifamuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.