Fana: At a Speed of Life!

Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil addunyaa lammiilee kuma 42f deeggarsa taasise

Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil addunyaa Godina Waaghumraatti lammiilee kuma 42f deeggarsa midhaan nyaataa fi meeshaalee nyaataan alaa taasisuu beeksiseera.

Jiraattoota aanaalee godinichaa Zuqaalaa, magaalaa Tsitsiqaa fi naannawaa isheetti argaman kuma 30 ol ta’aniif deeggarsa midhaan nyaataa taasiisuu ragaan Ityoophiyaatti jila Koree Qaxxaamura Diimaa Idil addunyaarraa argame ni mul’isa.

Akkasumas lammiilee kuma 12f ta’aniif ammoo deeggarsa meeshaalee garaagaraa taasiisuu ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.