Koreen Hojii Rawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii Jigjigaatti gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Koreen Hojii Rawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idilee Magaalaa Jigjigaatti gaggeessuu eegaleera.
Korechi dhimmoota biyyaalessaarratti mari’achaa jira.
Koreen Hoji Raawwachiistuu paartichaa marii isaan kallattiiwwan kaa’uu fi murtoowwan garaagaraa ni dabarsaan eegama.
Alaazaar Taaddalaatu gabaase
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.