Fana: At a Speed of Life!

Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa jalqabaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa har’a walga’iisaa jalqabaa gaggeessaa jira.
 
Paartichi addarraa gara paartii walitti makamaatti ega cee’en booda, har’a Jimaata 24,2012 walga’ii koree hoji raawwachiistuu jalqabaa gaggeessaa jira.
 
Walga’ichaanis dhimmoota waqtaawaa fi nageenya biyyaarratti mari’achuun kallattii ni kaa’an eegama.
 
Karoora guddina diinagdee waggoota 10 fi filannoo 2012 irrattis ni mari’ata.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.