Fana: At a Speed of Life!

Koreen biyyooleessa dhaabbilee federaalaa hirmaachise deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf taasifamu keessummeessu hunda’e

Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Koreen biyyooleessa dhaabbilee federaalaa hirmaachise deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf taasifamu keessummeessu hunda’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise.

Ministirri Miniseera Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamil, waltajjii haala waqtaawaa biyyarratti hunda’uun qophaa’eerratti raayyaan ittisa biyyaa hojii olaantummaa seeraa kabachiisuuf hojjata jiru hawaasni jalaalaa fi kabajaasaa ibsacha jira jedhaniiru.

Kara garaagaraan deeggarsi raayyaa ittisa biyyaaf taasifamaa jiru sirnaan keessummeessuf koreen biyyooleessa dhaabbilee federaalaa hirmaachise hunda’uun hojii eegaluu ministeerichi ibseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo

https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.