Fana: At a Speed of Life!

Koree Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hundeessaan Godina Matakkalitti hojii nageenya kabaachiisuun fudhate

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) –Koree Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hundeessaan Godina Matakkalitti hojii nageenya kabaachiisuu fudhachuu Birgaader Jenaraal Asiraat Denneeroo beeksisan.
Koreen Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy hundeessan hooggantoota hojii mootummaa fi raayyaa ittisa biyyaa kan haammate yoo ta’u, godinichatti olaantummaa seeraa kabachiisuuf guutumaatti hojii eegaleera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.