Koonfiraansiin Nageenyaa Godina Shawaa Bahaatti gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)-Godina Shawaa bahaatti Kooniraansiin nageenyaa hawaasaa Magaalaa Maqii Fi aanaa Dugdaa hirmaachise gaggeeffameera.
Koonfiraansicharratti Pireezidaantiin Ittaanaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi Sadarkaa Pireezidaantii Ittaanaatti Qindeessaan Kilaastara Haqaa fi Nageenyaa Oromiyaa Koomiishinar Kaffaaloo Tafarraan argamaniiru.
Waltajjicharratti Obbo Awwaluu Abdiin akka jedhanitti, nageenyi biyyaaf murteessaa waan ta’eef hawaasni nageenya isaa eeggachu qaba jedhan.
Waltajjichaan cinaattis akka Godina Shawaa Bahaatti milishoonni kuma 2 fi 300 ol eebbifamaniiru.
Hirphoo Shibootu Gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.