Koolleejjiin Poolisii naannoo Amaaraa Poolisoota Humna addaa leenjisaa ture eebbisiisa jira
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)-Koolleejjiin Poolisii naannoo Amaaraa Poolisoota Humna addaa leenjisaa ture eebbisiisa jira.
Eebbifamtoonni kunniin Inistiitiyuutii Leenjii Poolisii Xuruubirahaanitti ogummaa Loltummaa garagaraa kan barachaa turan ta’uu AMK gabaaseera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.