Koolleejjiin Poolisii naannoo Amaaraa miseensoota poolisii humna adda eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Koolleejjiin Poolisii naannoo Amaaraa miseensoota poolisii humna adda marsaa 9ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarrattis preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa dabalatee hoggantoonni olaanoo federaalaa fi naannoo argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.