Fana: At a Speed of Life!

Koolleejjiin barsiisoota Asallaa fi Mattuu barsiistoota ogumma garagaraan leenjisaa turan eebbisisaan

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Koolleejjiin barsiisoota Asallaa fi Mattuu barsiistoota ogumma garagaraan leenjisaa turan eebbisisaaniiru.

Kolleejjiin Barnoota Barsiisota Asallaa kaadhimamtoota barsiisota 355 muummee garagaraatiin leenjisaa ture dippiloomadhaan eebbiseera.

Kolleejichi kaadhimamtoota barsiisota muummewwan saayinsii uumamaa, herreega, lammummaaf amala gaarii,Afaan Oromoofi kan biroo akkasumas oguummaa Laboraatooriitiin sagantaa idileef, galgalaatiin leenjisaa ture eebisiise.

Kolleejjiin Barnootaa Barsiisootaa Mattuu, kaadhimamtoota barsiisoota 791 mummeewwan garaagaraan sagantaa idilee fi galgalaan barsiisaa turee eebisiseera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.