Fana: At a Speed of Life!

Koolleejjii barsiisoota Dabra Birhaan barsiisoota kuma 1 fi 402 eebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Koolleejjiin barsiisoota Dabra Birhaan barsiisoota ogummaa garagaraatin barsiisaa ture kuma 1 fi 402 eebbisiseera.

Eebbifamtoonni kutaa barnootaa 13n sagantaa halkanii fi guyyaan waggoota 3f leenji’aa kan turaniidha.

Koolleeejjichi har’a yeroo 17ffaaf barsiisoota dippiloomaan eebbisisee kuma 1 fi 402 keessaa  %52 kan ta’aan dubratoota jedhameera.

Ayinaaleem Silashiitu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.