Fana: At a Speed of Life!

Koolleejjichi qondaaltota olaanoo leenji’aa turan eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Koolleejjii Ajajummaa Raayyaan Ittisa fi Miseensotaa marsaa 9ffaan qondaaltota olaanoo leenjisaa ture eebbisiise.

Sirna eebbichaarratti ijaarsa bu’uuraalee misoomaa fi agarsiisaa suuraa ni eebbifama.

Sagantaa eebichaarratti Gorsaa Loltummaa fi Itti Gaafatamaa Hoggansa Loltummaa Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Leetenaala Jeneraal Alamsheet Daggifee dabalatee hoggantoonni Raayyaa Ittisaa fi keessummoonni biroon argamuu ragaan Raayyaa Ittisa Biyyaarra argame ni mul’isa.

Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.