Fana: At a Speed of Life!

Koolleejiin Saayinsii Fayyaa fi Barsiisootaa Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) – Koolleejiin Saayinsii Fayyaa fi Barsiisootaa Gaambeellaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 496 har’a eebbisiiseeera.

Barattoonni har’a eebbifaman sagantaa idilee, barumsa fagoo fi gannaan kannee barnoota isaanii hordofan ta’uu ibsameera.

Eebbifamtoota keessaa 921 dubartoota ta’uu himameera.

Sirna eebbichaarratti Preezdaantii naannoo Gaambeellaa obbo Uumad Ujuluu dabalatee keessummoonnii waamichi taasiifamee fi maatiin eebbifamtootaa argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.

Viidiyoowwanis daawwadhaa.

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.