Fana: At a Speed of Life!

Konkolaattoonnii fi meeshaaleen biroo misooma Qonnaa saffisuuf oluu naannolee fi dhaabbilee qorannoo qonnaaf kennaman

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Ministeerri Qonnaa Konkolaattoonnii fi meeshaaleen biroo misooma Qonnaa saffisuuf oluu naannolee fi dhaabbilee qorannoo qonnaaf kenneera.

Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee, Itiyoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa, hoggantoonnj Biiroolee Qonnaa naannoo fi aanaalee bakka argamanitti Konkolaattoonnii fi Motoroonni Birrii biiliyoona 1,6 bitaman kennamaniiru.

Konkolaattoonnii fi meeshaaleen qonna tumsuuf oolaan kunnee oomishaa fi Oomishtummaa misooma Qonnaa caalmaatti guddisuuf qooda qabaachuu Dooktar Girmaan ibsuu ragaan Ministeera Qonnaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.