Fana: At a Speed of Life!

Konkolaattonni deeggarsaa meeshaalee wal’aansaa fe’an Maqalee ga’uu Korichi ibse

Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Konkolaatonni lama deeggarsa meeshaalee wal’aansaa fe’uun Naannoo Tigiraay Maqalee ga’uu Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa dame Ityoophiyaa ibse.

Korichi akka beeksisetti, konkolaattonni lama deeggarsa qorichaalee, meeshaalee wal’aansaa hatattamaa fi kanneen biroo fe’uun naannichaa ga’uu eereera.

Meeshaaleen deeggarsaa kunneenis lammiilee wal’aansaa hatattamaa barbaadaaniin ga’uuf akka ta’ee ibseera.

Deeggarsi biroonis guyyoottan dhufan naannichatti akka ergaman gama tiwiitaraan beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.